Omishaalee sadarkaa gadii ta’an meetirik toonii 630 ol akka hingalfamne dhorkaman
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Omishaalee galii sadarkaa gadi ta’an meetirik tooniin 630 ol biyya keessa akka hingalfamne dhorkamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…