Hidhawwan anniisaa timaan akka hinguutamne ittisuun yeroo dheeraaf akka tajaajilan hojjetamaa…
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Hidhawwan anniisaa maddisiisan timaan akka hinguutamne ittisuun yeroo dheeraaf akka tajaajilaniif hojiileen misooma sululaa fi Ashaaraa magariisaa bal’inaan…