Lafa karaa saayinsaawaafi ammayyaa’aan bulchuun dhalootatti dabarsuuf hojjetamaa jira-Biiricha
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Lafa bu’uura diinagdee, hawaasummaafi siyaasaa ta’e karaa saayinsaawaafi ammayyaa’aa ta’een bulchuun dhaloota itti aanuuf dabarsuuf hojjetamaa jiraachuus…