Magaalaa Beddelleetti balaa ibiddaan lubbuun miseensota maatii tokkoo darbe
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)-Magaalaa Beddelleetti halkan edaa balaa ibiddaa mudateen lubbuun miseensota maatii tokko darbe.
Balichaan Abbaa mana, haadha mana fi daa’imman isaanii…