Oduu biyya keessaa Gareen tuuristoota Chaayinaa Finfinnee gale Debela Tadesse Aug 4, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Gareen tuuristoota Chaayinaa miseensota 20 hammate Finfinnee gale Walta’iinsa Dhabbata Chaayinaa “Touch Road” jedhamuu fi Chaayinaatti Embaasiin…
Oduu biyya keessaa Pirojektoonnii fi sagantaaleen qonnaa ce’umsa damichaa saffisiisuuf gahee olanaa qabu-Dooktar Girmaa… Debela Tadesse Aug 4, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Pirojektoonnii fi sagantaaleen qonnaa ce’umsa damichaa saffisiisuuf gahee olaanaa akka qaban Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen…
Oduu biyya keessaa Kitaabni “Gola Harmee” eebbifame Debela Tadesse Aug 4, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Kitaabni mata dureen “Gola Harmee” jedhuun Daraartuu Caalchisaan barreeffame eebbifameera. Sirna eebba Kitaabichaarratti qondaaltonni mootummaa,…
Oduu biyya keessaa Sochiin misooma godinichaa jijjiirama guddaa akka dhugoomsu jalqabbii jirurraa hubanneerra-Pir.… Debela Tadesse Aug 4, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Sochiin misoomaa godina Gujii qixa barbaadamuun hogganamnaan jijjiirama guddaa kan dhugoomsu ta'uu jalqabbii hanga ammaa irraa hubachuu Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Boba’aan seeraan ala geejjibsiifamaa ture Baarmeelli 54 to’atame Debela Tadesse Aug 4, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Sabbataa Awaasitti boba'aan seeraan ala dabarfamaa ture baarmeelli 54 to'atame. Qajeelchi Poolisii Godinichaa…
Oduu biyya keessaa Qaamolee gatii hinmalle dabalanii fi oomisha dhoksanirratti hojiin seera kabachiisuu ciminaan ni… Debela Tadesse Aug 4, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Omishaalee kallattiin sharafa alaan hidhata hinqabnerratti qaamolee gatii hinmalle dabalanii fi omisha dhoksanirratti hojiin seera kabachiisuu fi…
Idil Addunyaa Ameerikaa dabalatee lammiileen biyyoota hedduu Libaanosiin gadi lakkisanii akka bahan… Debela Tadesse Aug 4, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Lammiileen Ameerikaa, Ingiliz, Faransaay, Siwiidiin, Kanaadaa fi Joordaan Libaanosiin gadi lakkisanii akka bahan akeekkachiifamuun gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Buna tajaajila tuurizimiif oolchuuf walii galteen mallatteeffame Debela Tadesse Aug 4, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Abbaa Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa fi Komishiinii Tuuriziimii Oromiyaa Buna tajaajila tuurizimiif oolchuuf waliigaltee mallatteesaniiru.…
Oduu biyya keessaa Torban dhufuun eegalee Zayiitii liitirri miiliyoona 14 raabsamuufi Debela Tadesse Aug 4, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Torban dhufuun eegalee Zayiitni nyaataa liitirri miiliyoona 14 sadarkaa biyyaalessaatti raabsamuuf ta'uu Ministeerri Daldala fi Walitti Hidhamiinsa…
Ispoortii Atileet Simboo Alamaayyoo fi Loomii Mullataa dorgommii xumuraaf darban Debela Tadesse Aug 4, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Dorgommii Gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dubartootaan Atileet Simboo Alamaayyoo fi Loomii Mullataa dorgommii xumuraaf darbaniiru.…