Fayyaa Fayyadama Cilee fi Eeggannoo Taasifamuu Qaban Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Wayita qorri hammaatu mana keessa hoo’isuuf, qaama hoo’iffachuuf yookaan nyaata bilcheeffachuuf cilee akka madda aanniisaatti fayyadamuun kan…
Oduu biyya keessaa Miidhamtoota deebisanii dandamachiisuuf deeggarsa ni taasisna-Obbo Taaggasaa Caafoo Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Afyaa’iin Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti balaa ibiddaa ‘Giddugala gabaa Ashawaa’tti mudateen…
Oduu biyya keessaa Tajaajillichi bobbii odeeffannoo fi oppireeshinii biyya bu’uuressan gaggeessuu ibse Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Tajaajilli Tikaa fi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa bobbii odeeffannoo fi oppireeshinii biyya tasgabbeessanii fi bu’uuressan gaggeessuu ibse.…
Ispoortii Ispoortessaa filatamaa jaarraa 21ffaa Afrikaa jedhamuutti kabaja olaanaatu natti dhaga’ama-Atileet… Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Ispoortessaa filatamaa jaarraa 21ffaa Afrikaa jedhamuutti kabajaa olaanatu natti dhaga’ama jechuun Atileet Qananiisaa Baqqalaan ibse. Atileet…
Teeknooloojii Teeknooloojiin hubannoo namtolee daandii akeektuu furmaataa ta’eera-Dr. Warquu Gaachanaa Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Teeknooloojiin hubannoo namtolee daandii akeektuu furmaataa ta’eera jedhan Daayrektarri Inistitiyuutii Artifiishaal Intalajansii Dooktar Warquu…
Biiznasii Koorporeeshinichi galii Birri biiliyoona 2.1 argachuu beeksise Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa bara baajataa 2016’tti galii Birri biiliyoona 2.1 argachuu beeksise. Galii waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanonni dhaloota 2ffaa Pirojektii Caakkaatti biqiltuu dhaaban Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaanonni dhaloota 2ffaa marsaa 3ffaan biyya alaarraa gara Itiyoophiyaa dhufan Sagantaa Ashaara Magariisaarratti hirmaachuun Pirojektii Caakkaatti…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaa’ii 7ffaa borurraa eegalee gaggeessa Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 7ffaa bara hojii 6ffaa, borurraa eegalee Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeessa. Afyaa’iin Caffee Oromiyaa…
Ispoortii Atileet Qananiisaa Baqqalaan Ispoortessaa filatamaa Afrikaa jedhame Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Atileet Qanaaniisaa Baqqalaan Ispoortessaa filatamaa Afrikaa jaarraa 21ffaa jedhame. ESPN ispoortessitoota filatamoo jaarraa 21ffaa Afrikaa 10…
Oduu biyya keessaa Sosochii galii bara 2017 walitti qabuu gaggeeffame Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Waltajjiin sosochii galii bara 2017 walitti qabuu gaggaeeffameera. Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiyaa…