Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qormaanni naannoo kutaa 8ffaa xumurame Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti qormaanni Naannoo kutaa 8ffaa guyyoota lamaaf kennamaa ture xumuramuu Biiroon Barnoota naannichaa beeksise. Qormaatichi waxabajjii…
Ispoortii Dorgommiin Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa 40’ffaan Waxabajjii 30 gaggeeffama Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Dorgommiin Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa 40ffaan Waxabajjii 16, 2016 gaggeeffamuuf ture Waxabajjii 30, 2016 akka gaggeeffamu ragaan Federeeshinii…
Oduu biyya keessaa Bu’aalee diinagdee fi dameewwan biroon argaman mootummaan jecha gochaan raawwachaa jiraachuu… Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Bu’aaleen diinagdee fi dameewwan biroon argaman mootummaan jecha gochaan raawwachaa jiraachuu kan mirkaneessan ta’uu Sadarkaa Ministira Muummee…
Oduu biyya keessaa Qabeenya uumamaa misoomsuun gargaaramummaa hambisuuf hojjetamaa jira-MMI Tamasgeen Xurunaa Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Qabeenya uumamaa Itiyoophiyaan qabdu misoomsuun gargaaramummaa hambisuuf bal’inaan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee Ittaanaa Tamasgeen Xurunaan…
Oduu biyya keessaa Sirni fi seeronni karoora fuulduree hojiirra oolmaa imaammata ce’umsa haqaa qophaa’aa jiraachuun… Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Imaammata ce’umsa haqaa hojiirraa oolchuuf labsiidhaan dhaabbilee eeraman hundeessuuf, sirni fi seeronni bu’uuraa qophaa’aa jiraachuu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Gaagurri ammayyaa kuma 900 ol raabsameera-BQO Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti gaagurri ammaayaa kuma 900 ol qonnaan bultootaaf raabsamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise. Biirichi waltajjii…
Biiznasii Naannichi Oppaalii fi Warqee kiiloo giraamaa kuma 19 fi 950 gabaa giddugaleessaaf dhiyeesse Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)-Albuudaa Oppaalii fi Warqee kiiloo giraamaa kuma 19 fi 950 gabaa giddugaleessaaf dhiyaachuu Biiroon Qabeenya Albuudaa Naannoo Amaaraa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan lubbuun darbuu Pireezidaantii Ittaanaa Maalaawwiin gadda itti dhaga’ame ibsite Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan lubbuun darbuu Pireezidaantii Ittaanaa Maalaawwiin gadda itti dhaga’ame ibsite. Pireezidaantii Ittaanaa Maalaawwiin Saawuloos…
Oduu biyya keessaa Ambaassaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Turki waliin mari’atan Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)-Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Turki Haakaan Fiidaan waliin mari’atan. Mariin isaanis Raashiyaatti…
Idil Addunyaa Israa’eel haleellaa qilleensaarraan raawwatteen Ajajaa Olaanaa Hizboollaa ajjeefame Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Israa’eel Naannawaa Kibba Liibaanositti haleellaa qilleensaarraan raawwatteen Ajajaa Olaanaa Hizboollaa Taaleeb Abdallaan ajjeefame. Maqaa masoo Abuu…