Lammiileen Itiyoophiyaa 875 Saa’ud Arabiyyarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa turan 875 Saa’ud Arabiyyarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen hunduu dhiirota yoo ta’an,…