Oduu biyya keessaa Nageenni Badhaadha! Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Oromiyaan qabeenya umamaafi namtolchee hunda keenya gahuunn kan badhaadhe. Laftiifi qilleensi keenya hawwataafi mijataadha; Waa lama qofa barbaada: walhubannoofi yaada galteewwan qabnu…
Oduu biyya keessaa Waldaan Interpiruunaraa Shaggar Yaa’ii 4ffaa gaggeesse Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Waldaan Interpiruunaraa Shaggar Yaa'ii 4ffaa bakka Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan argamanitti gaggeesseera. Yaa'ichaan…
Ispoortii Maaraatoonii Landan dirree morkii jabaan gameeyyii Atileetikisiin mul’ataan eegamu Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Dilbata borii Fiigicha Maaraatoonii Landanitti gaggeefamurratti Atileetonni Itiyoophiyaa rikardii of harka qaban ni hirmaatu. Dorgommicharratti, Atileet…
Ispoortii Atileet Gudaaf Tsaggaayeen fiigicha meetira 1500 sa’aatii saffisaa galmeessuun injifatte Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaayeen dorgommii Daayimandii Liigii meetira kuma 1 fi 500 Ziyaameen Chaayinaatti gaggeeffame injifatte. Atileet Gudaaf fiigichicha…
Oduu biyya keessaa Biqiltuun Baala Shaayee miiliyoona 409 qophaa’eera-BQO Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Barana Godinaalee Iluu Abbaa Boor, Buunnoo Beddellee fi Jimmaatti lafa hektaara kuma 30 irratti misoomsuuf biqiltuun miliyoonni 409 qophaa’uu biiroon qonnaa…
Ispoortii Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommii fiigicha meetira kuma 5 injifate Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommii Daayimadi Liigii meetira kuma 5 Chaayinaa Ziyaameenitti gaggeeffame injifateera. Atileet Lammeechaan dorgommicha…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Sosochii “Itiyoophiyaan haa Oomishtuu” tumsu mallatteeffame Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)-Waliigalteen sosochii ‘Itiyoophiyaan haa oomishtuu’ tumsu Ministeera Indaastirii fi Ejensii Walta’iinsa Idil Addunyaa Jaappaan gidduutti mallatteeffameera.…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Indaastiriiwwan Magaalaa Shaggar daawwate Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Magaalaa Shaggaritti indastiriiwwan adda addaa Kilaastara Sabbataa…
Oduu biyya keessaa Hojiin dhukkubota ittisuu talaallii daa’immanii irraa eegala-BFO Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Hojiin dhukkuboota ittisuu talaallii daa'immanii irraa kan eegalu ta’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa hubachiise. Torbee talaallii daa'immanii Afrikaa mata duree…
Oduu biyya keessaa Daandichi gara Waarsawutti torbanitti balaliiwwan 4 gaggeessuufi Debela Tadesse Apr 20, 2024 0 Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Waxabajjii 10, 2016 irraa eegalee gara Poolaandi Waarsawutti torbanitti balaliiwwan 4 gaggeessuuf akka ta’e beeksise.…