Walisootti harka qalleeyyii 950f deeggarsi Birri miiliyoona 1.5 taasifame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)-Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Walisoo Dhaabbata Beekaa waliin ta'uun sooma Ramadaanaa sababeeffachuun harka qalleeyyii 950’f deeggarsaa…