Aadde Adaanech ijaarsa manneen jireenyaa kuma 5 eegalachiisan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech manneen jireenyaa kuma shan Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa hojjettoota isaaf ijaarsisu…