Qonnaa Arfaasaa fi Gannaa bara 2016/17 milkeessuuf Ogeeyyii fi gaggeessitoonni qophii cimsuu…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Qonnaa Arfaasaa fi Gannaa bara oomisha 2016/17 milkeessuuf Ogeeyyiifi gaggeessitoonni qophii cimaa taasisuu akka qaban Biiroo Qonna Oromiyaa…