Oduu biyya keessaa Mirgi himatamuu dhabuu Dooktar Kaasaa Tashaagar ka’e Debela Tadesse Feb 24, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee mirga himatamuu dhabuu miseensa mana marichaa Dooktar Kaasaa Tashaagar kaase. Manni Mraichaa Walga’ii…
Oduu biyya keessaa Ejensichi gamoo Birrii miiliyoona 700’n ijaarsise eebbisiise Debela Tadesse Feb 24, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Ejensiin Mana Kitaabaa fi Wiirtu Ragaalee gamoo Birrii miiliyoona 700’n ijaarse eebbisiiseera. Gamichis darbiiwwan 17 kan qabuu yoo ta’u baajata…
Fayyaa Faayidaa Ciree Nyaachuun qabu Debela Tadesse Feb 24, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC) - Ciree Nyaachuun faayidaalee hedduu qaba. Faayidaalee Ciree Nyaachuun qabu keessaa maraasa:- * Anniisaa ni kenna. * Hojii fi barnoota irratti…
Ispoortii Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Niwuukaastiil waliin taphatu ni… Debela Tadesse Feb 24, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC) - Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu. Har’a waaree booda sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphoonni 4…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti hojjettoota kuma 19 oliif madaalliin ga’umsaa kennameera-Aadde Adaanech Abeebe Debela Tadesse Feb 24, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Dhaabbilee 16tti hojjettoota mootummaa kuma 19 oliif madaaliin ga’umsaa kennamuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan ja’a darban Finfinneetti galiin Birrii Biiliyoonaa 74 ol walitti qabame Debela Tadesse Feb 24, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Baatiiwan ja’an darban Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti galiin Birrii Biiliyoonaa 74 fi Miiliyoona 671 ol walitti qabamuun himame. Dandeetti galii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti manneen kuma 99 fi 113 misoomaniiru Debela Tadesse Feb 24, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Bara baajataa kana baatiiwwan ja’an darbanitti manneen kuma 120 ijaaruuf karoorfame keessaa manneen kuma 99 fi 113 misoomsuun akka danda’ame ibsame.…
Oduu biyya keessaa Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf deeggarsi Birrii Biiliyoona 12.7 taasifameera-Aadde Adaanech… Debela Tadesse Feb 24, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)-Baatiiwwan ja’an darban qaala’iinsa jireenyaa Magaalattiitti mul’atu tasgabbeessuuf deeggarsi dabalataa Birrii Biiliyoona 12.7 taasifamuu Kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattootaa kuma 1 fi 374 eebbisiise Debela Tadesse Feb 24, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 374 barsiisaa tureeebbisiise. Yuunivarsirtichi barattoota…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa Dooktar Liyaa Taaddasaaf gaggeessaa taasise Debela Tadesse Feb 24, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa Dooktar Liyaa Taaddasaaf gaggeessuun Ministiroota Kaabineetti makaman haaraa simateera. Manni marichaa walga’ii har’a…