Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dureewwan Afrikaa 37ffaan gaggeeffamuu eegale Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Yaa’iin Dureewwan Afrikaa 37ffaan Finfinnee Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamuu eegaleera. Yaa'iichi mata duree "Barsiisa Afrikummaa Jaarraa…
Oduu biyya keessaa Lakkuu Ogumma Fayyaan Gulaantaa olaanaan eebbifaman Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Yuunivarsitii Finfinneetti Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa guyyaa har’a barattoota Saayinsii fayyaan barsiisa ture 271 eebbisiseera.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Zimbaabuwee fi Sudaan Kibba waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad pireezidaantii Sudaan Kibbaa Salvaakiir fi Pireezidaantii Zimbaabuwee Emersan Minaangaaguwaa waliin…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti haasawaa ni taasisu Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaa har’aa eegalurratti Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haasawaa ni taasisu. Yaa’ichi milkaa’inaan…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Magaalotaa 9ffaan gaggeeffamu eegale Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Fooramiin Magaaloota Itiyoophiyaa 9ffaan Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Magaalaa Walayittaa Sooddootti gaggeeffamuu eegaleera. Fooramichi…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Finfinnee Barattoota 271 eebbisise Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Yuunivarsitiin Finfinnee Barattoota Saayinsii Fayyaan barsiisaa turee 271 yeroo 52ffaaf eebbiseera. Saganticharratti Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Giruuppii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Giruuppii Baankii Misoomaa Afrikaa Akiinwiimii Adeesiinaa waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dureewwan Gamtaa Afrikaa har’a fi boru gaggeeffamaa Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Yaa'iin Dureewwan Gamtaa Afrikaa 37ffaan har'aa fi boru Finfinnee galma gamtichaatti gaggeeffamaa. Yaa'ichi, mata duree "Barsiisa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gita isaanii Siwaatiinii waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 16, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gita isaanii Siwaatiinii Foliil Shaakaantuu waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Zaambiyaa Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 16, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Zaambiyaa Hakaayindee Hichilama Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti Hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti…