Oduu biyya keessaa Adwaan Tokkummaa Biyya Ijaaruuf Furtuudha-Hayyoota Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Adwaan Injifannoo Qofa Osoo Hin Taane Tokkummaan Biyya Ijaaruuf Furtuu olaanaa jedhan Hayyoonni. Yuunivarsiitii Haramaayaatti mata duree " Adwaa…
Oduu biyya keessaa Galaana Diimaarratti biyyoonni naannawichaa akkuma Itiyoophiyaa carraaqqii taasisuu qabu -Dooktar… Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Akkuma Itiyoophiyaan Galaanaa Diimaa ilaalchisee carraaqqi olaanaa taasisaa turte biyyoonni naannawichaas carraaqqii taasisuu qabu jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaa ilaalchisee Itiyoophiyaan mariif qophii ta’uu Dooktar Abiy ibsan Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa ilaalchisee ammallee Itiyoophiyaan mariif qophii ta’uu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan dhaabbilee damee hedduutti kan makamtuuf faayidaa biyyaalessaa ishee kabachisuufi-MM… Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan dhaabbilee damee hedduutti miseensummaan kan makamtuuf faayidaa biyyaalessaa ishee kabachisuuf akka ta’e Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Gamtaa Afrikaa milkaa’aa akka ta’uuf qophiin taasifamuun eerame Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 37ffaa akka milkaa’uuf qophii gahaan taasifamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Ministir Deetaan Ministeerichaa Ambaasaaddar…
Oduu biyya keessaa Hunduu rakkoolee mudataniif beekkamtii kennuun furmaata isaaf waloon hojjechuuf qophaa’utu… Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Hunduu rakkoolee kaleessa mudataniif beekkamtii kennuun furmaata isaaf waloon hojjechuuf qophaa’un kan irraa eegamu ta’uun Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Biiznasii Barana guddinni diinagdee %7.9 kan eegamuudha-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Barana guddinni diinagdee %7.9 kan eegamu ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy Ahimd damee diinagdeerratti ibsa…
Oduu biyya keessaa Hongee mudate akka siyaasaatti ilaaluu hinqabnu-Dooktar Abiy Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)-Hongeen Itiyoophiyaattii mudate mootummaan kan fidee waan hintaaneef akka meeshaa siyaasatti ilaaluun sirri miti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Fedhii siyaasaa milkeeffachuuf boora’uu nageenyaa filmaata taasifachuun cabiinsa hamaadha-MM Dooktar… Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Fedhii siyasaa milkeeffachuuf boora’uu nageenyaa filmaata taasifachuun cabiinsa hamaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Gaaffilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaatan keessaa muraasa: Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 • Sababni milkaa’uu dhabuu adeemsa marii ABO Shanee waliin taasifamee maali? • Qaamoleen mootummaa keessaa gareewwan hidhatamii nageenyaa biyyatti booressan waliin kannen hojjetanirratti…