Ispoortii Taphoonni ramaddii 5ffaa gaggeeffaman qixa xumuraman Debela Tadesse Jan 25, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)-Keessummeessummaa Kootdiivaariin tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa gaggeeffamaa jiruun galgala kana taphoonni ramaddii 5ffaa gaggeeffaman galchii malee qixa…
Oduu biyya keessaa Invastaroonni Kooriyaa Kaabaa Oromiyaatti damee qonnaarratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibsan Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)-Invastaroonni Kooriyaa Kaabaa Oromiyaatti invastimantii damee qonnaarratti bobba'uuf fedhii qabaachuu ibsan. Hoogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu…
Oduu biyya keessaa Magaalonni giddugala milkaa’ina galmoota qabamanii akka ta’aniif hojjetamaa jira-Pir. Shimallis… Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Magaalonni giddugala milkaa’ina galmoota qabamanii akka ta’aniif hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…
Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaan lubbuun namoota 13 darbe Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Balaa tiraafikaa Godina Walloo Kibbaa Aanaa Naannawaa Dasseetti mudateen lubbuun namoota 13 darbe. Konkolaataa deddeebisaa ummataa miisbaasii 21 fe’ee…
Idil Addunyaa Xiyyaarri hidhamtoota waraanaa Yuukireen 65 qabate kufuun gabaafame Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Xiyyaarri Raashiyaa hidhamtoota waraanaa Yuukireen 65 qabate imalaa ture kufuun gabaafame. Xiyyaarri qabeenyummaa isaa kan Raashiyaa ta’e kunis…
Biiznasii Daldala Alaa Bunaarraa galiin Doolaara miiliyoona 571 argame Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 6’n darbanitti Daldalaa Ala Bunaarraa galiin Doolaara miiliyoona 571 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa beeksise.…
Ispoortii Fiigichi Guddichi Wancii-Dandii hawwata naannichaa dabaluuf faayidaa olaanaa qaba-BDIO Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Fiigichi Guddichi Wancii-Dandii hawwata naannichaa dabaluuf faayidaa olaanaa kan qabu ta’uu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa beeksise. Sagantaan…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa Amajjii 21 eegala Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa 53ffaan Amajjii 21-26, 2016’tti Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin Carraa Hojii uumuurratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin carraa hojii uumuu fi ogummaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee hojiirraa oolmaa mallatteessaniiru. Deeggarsichas…
Oduu biyya keessaa Yeroon galmee qormaata bahumsaa hanga Amajjii 20tti dheerate Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Yeroon galmee qormaata bahumsaa hanga Amajjii 20, 2016’tti dheereffamuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Galmeen qormaata bahumsaa bara 2016 Amajjii 8,…