Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Gaazexeessaa Asfawu Mashashaa raawwate Debela Tadesse Jan 22, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Sirni awwaalchaa Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaa raawwateera. Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan dhukkuba mudateeniin Ameerikaatti wal'aanamaa turuun…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa dhimmoota biyyaarratti mari’achuu eegale Debela Tadesse Jan 22, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)-Paartiin Badhaadhinaa bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti dhimmoota biyyarratti mari’achuu eegale. Koreen Hoji-raawwachiiftuu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Addunyarratti dhiibba uumtuu akka taatuuf gaheen hogggantoota murteessaadha-Obbo… Debela Tadesse Jan 22, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Waltajjiiwwaan Addunyaarraatti dhiibbaa uumtummaan Itiyoophiyaa akka mul’atuuf dandeettiin hoggantootaa gahee olaanaa qabachuu Afyaa’iin Mana Maree Bakka…
Ispoortii Lubbuun deeggartoota Garee Kubbaa Miilaa Giinii 6 darbe Debela Tadesse Jan 22, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaan Giiniin Gaambiyaa injifachuu hordofee deeggartoota gammachuu isaanii ibsachuuf addabaabayyitti ba’an ja’a lubbuun darbuun gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Faayidaa biyyaalessaa eegsisuuf hojiilee dippilomaasii cimaa hojjechuu gaafata-Obbo Dammaqaa… Debela Tadesse Jan 22, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Faayidaa biyyaalessaa eegsisuuf hojiilee dippiloomaasii cimaa hojjechuu gaafata jedhan Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan murtoowwan Yaa’ii Jijjiirama Qabeenyaa Qilleensaa hojiirraa oolchuuf murannoo… Debela Tadesse Jan 22, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan murtoowwan Yaa’ii Jijjiiramaa Qabeenya Qilleensaarratti darbe hojiirra oolchuuf dhaabbiilee tumsitootaa waliin kan hojjettu ta’uu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti abbootii qabeenyaa kuma 1 fi 308 eeyyamni invastimantii haaraan kenname Debela Tadesse Jan 22, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Finfinneetti abbootii qabeenyaa kuma 1 fi 308 eeyyamni invastimantii haaraan kennamuu Komishiniin Invastimantii Magaalaa Finfinee beeksise. Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Horsiisee Bultootaa ilaalchisee mariin paanaalii gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jan 22, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Guyyaa Horsisee Bultoota Oromiyaa marsaa 19ffaa kabajamu ilaalchisuun mariin paanaalii Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Saganticharratti Sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Misooma biqiltuu shaayii dachan dabaluuf hojilee bal’aan hojjetamaa jiru-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jan 22, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)-Misooma biqiltuu Shaayii Itiyoophiyaan hanga ammaa qabdu dachaan dabaluuf barana hojiilee bal’aan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Ispoortii Itiyoophiyaan Waancaa Addunyaaf utuu hindarbiin hafte Debela Tadesse Jan 21, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2016 (FBC)- Tapha Gulaallii xumuraa waancaa Addunyaa dubartoota umrii 20 gadiin Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Dubartootaa Itiyoophitaa gita isa Morokoo 1 fi 0’n…