Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaan lubbuun namoota 5 darbe Debela Tadesse Jan 21, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2016 (FBC)- Godinaa Haragee Lixaa Aanaa Xulloo Magaalaa Dabbasootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namootaa 5 darbe. Balaa tiraafakaa mudatee kanaan namootaa 5…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa dhaabbata biyyoonni Afrikaa hedduun ce’umsa beekumsaaf gaafatan… Debela Tadesse Jan 21, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)-Humni Qilleensaa Dhaabbata biyyoonni Afrikaan hedduun deeggarsa ce'umsa beekumsaaf gaafatan ta'uuf ga'oomuu Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Ispoortii Fiigicha Maaraatoonii Taataa Mumbaayiin Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan Debela Tadesse Jan 21, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2016 (FBC)-Fiigicha Maaraatoonii Taataa Mumbaayitti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa sadarkaa 1ffaa hanga 8ffaa ba’uun xumuran. Fiigicha Maaraatoonii…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin bishaan dhugaatii daangaa ce’aa Adigaalaa-Jibuutii daawwatame Debela Tadesse Jan 21, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Injiinar Habtaamuu Ittafaan Pirojektii bishaan dhugaatii daangaa ce’aa Adigaalaa-Jibuutii daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Gosni barnootaa qormaataa biyyaalessa kutaa 12ffaa kennaman ifooman Debela Tadesse Jan 20, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)-Gosa barnootaa qormaataa biyyaalessa Kutaa 12ffaa , 2016 kennaman Ministeerri Barnootaa ifoomse. Ministeerichaatti Dursaa Hoji Raawwachiisaaa Dagaaginaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa sirna miidhagaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo beeksise Debela Tadesse Jan 20, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa Sirna miidhagaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa beeksise. Humnichi waloo ibsaa miidiyaaleef ergeen akka…
Ispoortii Arsenaal Kiristal Paalaasiin 5 fi 0’n injifate Debela Tadesse Jan 20, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)- Tapha Pirimerliigii Ingiliz har’a gaggeeffameen Arsenaal Kiristaal Paalaasiin 5 fi 0’n injifateera. Arsenaal injifachuu hordofee Kilabichi Sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyya seenaa fi aadaaa ajaa’ibaa daawwatamuu qabduudha-Tuuristoota Debela Tadesse Jan 20, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan biyya seenaa fi aadaaa ajaa’ibaa daawwatamuu qabduudha jechuun Turistoonni Ayyaanaa Cuuphaarrattii hirmaatan ibsan. Ayyaana Cuuphaa…
Oduu biyya keessaa Safuufi kabaja ummanni fardaaf qabu itti fufsiisuun madda diinagdee taasisuuf hojjechuu qabna-Pir.… Debela Tadesse Jan 20, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)- Safuufi kabaja ummanni Fardaaf qabu itti fufsiisuun madda diinagdee taasisuuf hojjechuu qabna jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech hojjettoota ijaarsa pirojektoota magaalattiif maaddii qoodan Debela Tadesse Jan 20, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojjettoota ijaarsa pirojektoota magaalattiif maaddii qoodaniiru. Aadde Adaanech gama…