Oduu biyya keessaa Poolisiin daandilee sochii tiraafikaaf cufaa ta’an ifooman Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Jala bultiin Ayyaana Cuuphaa (Kataraa) fi Ayyaana Cuuphaa kabajamu hordofee daandileen sochii tiraafikaaf cufaa ta’an Poolisiin Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Hambaaleen Injifannoo Adwaan walqabatan 82 kennaman Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Waamichaa Dhiyaate Hordofee Dhaabbanni maatiin Emaadi Tireediingi (AMD Trading) Hambaalee Injifannoo Adwaan walqabatan 82 dabarsanii kennuu kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haroomsa hojiirraa oolmaa Naannawaa Daldala Walabaa Afrikaaf gahee olaanaa qaba-Obbo Dammaqaa… Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Hidhi Guddicha Haroomsa Itiyoophiyaa xumuramuun damee inarjiin dandeetti olaanaa taa’uun hojiirra oolmaa Naannawaa Daldala Walabaa Afrikaaf gahee olaanaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin gamaaggama raawwii baatiiwwan 6 Paartii Badhaadhinaa xumurame Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Waltajjiin gamaaggama raawwii baatiiwwan 6 Paartii Badhaadhinaa guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture xumurameera. Sagantaa xumura waltajjicharratti…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaaf Sablammoota 18ffaa seennessiin Itiyoophiyummaa Olaanaan kan irratti… Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC) –Guyyaan Sabaa fi sablammoota 18ffaan Seennessi Ityoophiyuumma kan irratti calaqqisifamee ta’uu Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyaawu Tashaagar…
Oduu biyya keessaa Mata dure “Adwaa Ijaarsa Mootummaa Cimaaf” jedhuun fooramiin sosochii biyyaalessaa eegale Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Mata dure “Adwaa Ijaarsa Mootummaa Cimaaf” jedhuun fooramiin sosochii biyyaalessaa Dhaabbilee Barnootaa Olaanootti eegaluu Ministeerri Nageenyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Hojmaataa fi Naamusa Mana Marichaa fooyyessuuf hojjetamaa jira-MMBU Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)–Hojmaataa fi Namuusa miseensoota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fooyyessuuf hojjetama jiraachuun ibsameera. Gabaasni fooyyeessa dambii hojimataa fi…
Oduu biyya keessaa Xiyyaara Imaltootaarra miidhaa salphaan qaqqabuu Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Maqalee, Buufataa Xiyyaaraa Aluulaa Abbaa Naggaatti xiyyaara Imaltootaarra miidhaan salphaan qaqqabuu Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise. Miidhaa…
Oduu biyya keessaa Duulli misooma Sululaa Godina Shawaa Bahaatti eegalee Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Duulli misooma sululaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada'aattis eegaleera. Duulichas Sadarkaa Pireezidaantii Ittaanaatti Qindeessaan Kilaastara Baadiyyaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen misoomaa Mootummaa bu’a qabeessummaa irratti fuulefachuu qabu-Obbo Awwaluu Abdii Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Dhaabbileen misoomaa Mootummaa galii maddisiisuu, baasii fi qisaasama hir'isuun bu'a qabeessummaarratti fuuleffachuun hojjechuu akka qaban Pireezidaantiin…