Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Ibsa Liigii Arabaa Mormite Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan ibsa Liigii Arabaa jabeessitee kan mormitu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Ministir Deetaan Ministeerichaa Ambaasaaddar Misgaanu…
Biiznasii Oromiyaatti galiin Birrii biiliyoona 47 ol waliitti qabame Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan shanan darbanitti galiin Birrii biiliyoona 47.72 walitti qabamuun ibsame. Naannichatti bara bajatichatti galii Birrii…
Oduu biyya keessaa Bakka Taabonni qubatu qulqulleeffame Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Qondaaltota olaanoo Bulchiinsaa Magaala Finfinnee dabalatee Abbootiin Amantaalee bakka Taabonni qubatu hojii qulqulleessuu gaageessaniiru. Duula…
Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggansaa mootummaa akka milkaa’u qaamolee gumaachaniif beekkamtiin kenname Debela Tadesse Jan 17, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Marsaawwan garaagaraan mata duree “Idaarraa gara miindaatti” jedhuun leenjiin hoggansa mootummaa fi qaamolee nageenyaaf kennamaa ture akka milkaa’uuf…
Oduu biyya keessaa Faawundeeshiniin Biilii fi Meliindaa Geet deeggarsa taasisuu akka cimsu gaafatame Debela Tadesse Jan 17, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Faawundeeshiniin Biilii fi Meliindaa Geet deeggarsa misoomaa Itiyoophiyaatti taasisu cimsee akka itti fufu gaafatame. Fooramii Diinagdee Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Amb. Misgaanuun yaa’ii 19ffaa Ministiroota Sosochii Biyyoota Walabaarratti hirmaachaa jiru Debela Tadesse Jan 17, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Yaa’ii Ministiroota 19ffaa Sosochii Biyyoota walabaarratti hirmaachaa jiraachuun…
Biiznasii Balfa deebisanii faayidaaf oolchuun galiin Birrii miiliyoona 746 olii argame Debela Tadesse Jan 17, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Baatiiwwaan 6’n darbanitti hojii balfa deebisanii faayidaarra oolchuuf hojjetameen galiin Birrii miiliyoona 746 ol argamuu Ejensiin Qulqullinaa Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Humnichi Waloo Kataraa fi Ayyaanni Cuuphaa nagaan akka kabajamuuf hojiitti seenuu ibse Debela Tadesse Jan 17, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa Biyyaalessa jala Bultiin Ayyaana Cuphaa (Kataraa) fi Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamuuf karoora baasuun hojiitti…
Oduu biyya keessaa Gabaasni Sobaa Kaansarii Misoomaa fi Guddinna Biyyaati-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Jan 17, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Gamaaggamni raawwii hojii kurmaana 2ffaa guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture xumurameera. Qorannoo raawwii gaggeeffamaa tureen gabaasni hojii kilaastara…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Dargaggootaa waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaalilaandi akka deeggaru beeksise Debela Tadesse Jan 17, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Manni Maree Dargaggootaa waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaalilaandi gidduutti mallatteeffame akka deeggaru beeksise. Pireezidaantiin Mana Marichaa Fu’aad…