Ispoortii Joozee Mooriiniwoon hojiirraa gaggeeffaman Debela Tadesse Jan 16, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)-Leenjisaan Kubbaa Miilaa Joozee Morinihoon hojirraa gaggeeffamuun ibsame. Mooriiniwoon turtii Roomaatti taasisaniin abbootti murtee waliin waliigaluu…
Oduu biyya keessaa Hambaalee Injifannoo Adwaa walitti qabuun eegale Debela Tadesse Jan 16, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Goodambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa keessaa kan ol kaa'aman hambaalee waraana Adwaan walqabatan kanneen harka nama dhuunfaa fi dhaabbilee garaagaraatti…
Oduu biyya keessaa Loon sanyii fooyya’oo miiliyoona 1.2 mala namaan rimaa qabsiisuun raawwateera-BQO Debela Tadesse Jan 16, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Bara kana loon sanyii fooyyaa'aa miliyoona 1.5 mala namaan rimaa qabsiisuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti loon miiliyoona 1.2 raawwatamu Biiroon Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Balballi Itiyoophiyaatti cufame banamuun damichaaf carraa olaanaadha-Dooktar Alamuu Simee Debela Tadesse Jan 16, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Balballi Itiyoophiyaatti cufame banamuun damichaaf carraa olaanaa ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti daandilee irraa imaluu dhorkaman irra konolaattota imalan irratti tarkaanfiin kan… Debela Tadesse Jan 16, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)-Finfinneetti daandilee irra imaluun dhorkaman irra dhorkii kaa’ame cabsuun konkolaattota imalan irratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti Sagantaan Beekkamtii kennuu Kaffaltoota Gibiraa gaggeeffamaa Jira Debela Tadesse Jan 16, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Magalaa Shaggar Kaffaltoota Gibiraa Amanamoof Sagantaan Beekkamtii kennuu gaggeessaa jira. Saganticharratti Kantiibaa Ittaanaan Obbo Guyyoo…
Oduu biyya keessaa Dameen dhuunfaa bakkeewwan hawwata tuuriizimii fi tajaajilarratti akka bobba’an daandii banuuf… Debela Tadesse Jan 16, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)-Dameen dhuunfaa bakkeewwan hawwata tuuriizimii fi tajaajilarratti caalmaan akka bobba’an daandii banuuf kaayyeffamee hojjetamaa jira jedhan Ministirri…
Ispoortii Tapha Waancaa Afrikaan Seneegaal Gaambiyaa 3 fi 0’n injifatte Debela Tadesse Jan 15, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaan 34ffaa gulaallii ramaddiin Seneegaal Gaambiyaa 3 fi 0'n injifatteetti. Sagantaa tapha Waancaa Afrikaan galgala kana Sa'aatii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti balaa ibiddaan lubbuun namoota lamaa darbe Debela Tadesse Jan 15, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti balaa ibiddaa mudateen lubbuun namoota lamaa darbe. Balichan suuqiiwwan 4 guutuummaatti barbadaa'uu fi namoota 2 ibiddicha dhaamsuuf…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti fayyadamummaa qabeenya bishaanii mirkaneessuuf hojjetamaa jira-Biiricha Debela Tadesse Jan 15, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)-Fayyadamummaa qabeenya bishaanii naannichaa mirkaneessuuf Fandiin Misooma Qabeenya Bishaanii Hundeeffame hojiirraa oolchuuf hojjetamaa jiraachuu biiroon…