Oduu biyya keessaa Raawwiin ji’oottan 6’n darbanii Naannoo Oromiya qoratamaa jira Debela Tadesse Jan 15, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)- Raawwiin karoora xiiqii ji'oottan jahan darbanii Naannoo Oromiyaa bakka Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi qondaaltonni biroon…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 287’tti tilmaamamu to’atame Debela Tadesse Jan 15, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)-Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 287'tti tilmaamamu to'atamuu Komishinii Gumurukaa beeksise. Koomishinichi Mudde 26 hanga Amajjii 2, 2016’tti…
Oduu biyya keessaa Komishinichi lammiilee fi dhalattoota tiyoophiyaa Ameerikaa fi Kanaadaa jiraatan waliin mari’ate Debela Tadesse Jan 15, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)- Koomishiniin Marii biyyaalessaa Itiyoophiyaanotaa fi dhalattoota Itiyoophiyaa Ameerikaa fi Kanaadaa jiraatan waliin marsariitiin mari’ateera. Marichis…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti kitaabileen sirna barnootaa haaraan miiliyoonni 22 ol raabsamuun ibsame Debela Tadesse Jan 15, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti kitaabileen sirna barnootaa haaraan maxxanfaman miiliyoonni 22 ol raabsamuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise. Biirichatti…
Oduu biyya keessaa Misooma sululaa lafa hektaara miiliyoona 3.3 irratti hojjechuuf karoorfameera-Pir. Shimallis… Debela Tadesse Jan 15, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)-Tajaajila Lammummaa fi caasaa mootummaatiin, misooma sululaa, eegumsa biyyee fi bishaanii lafa hektaara miiliyoona 3.3 irratti raawwachuuf karoorfamuu…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaan Lubbuun namoota 11 darbe Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)-Naannoo Somaalee Godina Feefan Aanaa Shebeleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 11 darbuu Poolisiin naannichaa beeksise. Qajeelcha Poolisii…
Ispoortii Dorgommiin fiigicha qaxxaamura biyyaa Idil Addunyaa Jaanmeedaa xumurame Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Dorgommiin fiigicha qaxxaamura biyyaa Idil Addunyaa Jaanmeedaa xumuramuu Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa beeksise. Dorgomiicharrati fiigichaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaan ergama isaa haala amansiisaan akka raawwatuuf hojiin ijaarsaa dandeettii cimee itti… Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Raayyaan ummata keessaa ba’ee ummataf dhaabbatu ergamni isaa waraanaa malee birmadummaa biyyaa kabachiisuudha jechuun Ajajan Olaanaan Ajaja Daalol Leetenaal…
Oduu biyya keessaa Amanamummaan nama badhaasisa, galateeffachiisa, nama boonsa-Aadde Adaanech Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Amanamummaan nama badhaasisa, nama galateeffachiisa, akkasumas nama boonsa jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Aadde…
Oduu biyya keessaa Jijjiirraan bara Saba Halaabaa “Seeraa”n kabajamaa jira Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Jijjiirraan bara haaraa saba Halaabaa “Seeraa” Magaalaa Halaabaa Qullittootti kabajamaa jira. Sirna kabaja ayyaanicharratti qondaaltonni olaanoon…