Oduu biyya keessaa Sirni gaa’elaa misirroota kuma 1 gaggeefame Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)-Sagantaa “Yeshii Gaabichaa” bara 2016’n sirni gaa’elaa misiroota kuma 1 gaggeeffameera. Kutaalee biyyatti garaagaraarraa kan hirmaataan Karniivaalaa fi…
Idil Addunyaa Humni Nagaa Kabachiisaa DhMG Koongoo gadi lakkisee ba’uu eegale Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Rippaabilikiin Diimokiraatawaa Koongoo Humnii Nagaa Kabajachiisaa Dhaabbataa Mootummootaa Gamtoomanii biyyattii gadi lakkisanii ba’uu eegaluu beeksiste.…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaa du’aan addunyaa kanarraa boqote Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan du'aan addunyaa kanarraa boqote. Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan dhukkubaa mudateeniin Ameerikaatti wal'aanamaa turuun…
Ispoortii Tapha Liigii Olaanoo Oromiyaa taphoonni eegaman har’a gaggeeffamaniiru Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Taphaa Liigii Olaanoo Oromiyaa ramaddii A torbee 7ffaa har’a Istaadiyamii Wallaggaatti gaggeeffamaniiru. Haaluma kanaan taphoonni 4 qixa yoo goolabaman,…
Ispoortii Piriimerliigii Ingilizii Cheelsiin Fuulhaamiin 1 fi 0’n injifate Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Tapha Pirimerliigii Ingilizii torbee 21ffaan Cheelsiin Fuulhaamiin 1 fi 0’n injifateera. Tapha Fuulhaam waliin dirree isaarratti taphate kanaan galchii 1…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin Ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandii Ida’amuun qabatamaan kan irratti mul’atee fi… Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Pirojektiin Ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandii Ida'amuun qabatamaan kan irratti mul'atee fi yeroo gababaa keessatti hojii guddaa hojjechuun akka danda’amu kan…
Idil Addunyaa Tarkiin quubsuma garee Finciltoota Kurdi (PKK) 29 barbadeessuu beeksiste Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Tarkiin Oppireeshinii qilleensarraa gaggeessiteen garee Shororkeessaa kan jettuun Garee finciltoota Kurdi (PKK) quubsuma 29 Iraqii fi Sooriyaa keessaa…
Oduu biyya keessaa Pirojektoonni jijjiiramaan booda hojjataman misooma diinagdee fi hawaasummaa biyyaalessaaf gahee… Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Kutaalee biyyattii garaagaraatti pirojektoonni jijjiiramaan booda hojjetaman iddoolee hawwata tuuristii misooma diinagdee fi hawaasummaa biyyaalessaaf gahee…
Oduu biyya keessaa Koolleejjichi qondaaltota olaanoo leenji’aa turan eebbisiise Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Koolleejjii Ajajummaa Raayyaan Ittisa fi Miseensotaa marsaa 9ffaan qondaaltota olaanoo leenjisaa ture eebbisiise. Sirna eebbichaarratti ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Walga’iin waggaa Ambaasaaddarootaaa gaggeeffamu eegale Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Qaama “Torbee Dippiloomaasii” keessaa tokko kan ta’e walga’iin waggaa Ambaasaaddarootaa eegaluu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Ittaanaan Ministira…