Oduu biyya keessaa Haaromsi eeyyama daldalaa guyyoota 10’f dheerate Debela Tadesse Jan 10, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)-Tajaajilli Haaromsa eeyyama daldalaa guyyoota 10’f dheerachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse. Addaan ciccitiinsa hojmaataa fi…
Biiznasii Baatiiwwan 5’n darban Ilillii gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaara miiliyoona 184.7 argame Debela Tadesse Jan 10, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Baatiiwwan shanan darban Ililli gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaara miiliyoona 184.7 argamuu Ministeerri Qonnaa ibse. Hojii Raawwachiisaa Dursaan…
Ispoortii Gincii fi Gimbiin qabxii yoo qooddatan Dambi Doolloon Gullisoon injifatamte Debela Tadesse Jan 10, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Tapha Liigii Olaanoo Oromiyaa gaggeeffeen Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Gimbii fi Ginciin qabxii yoo qooddatan Dambi Doolloon Gullisoon injifatamteetti.…
Oduu biyya keessaa Appilikeeshiniin gochaalee yakkaa eeruuf gargaaru hojiirra ooluufi Debela Tadesse Jan 10, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Appilikeeshiniin lammiileen bakka jiran ta’anii gochaalee yakkaa Poolisiif eeruuf gargaaru Finfinneetti hojiirra ooluuf ta’uu Komishinarri Jeneraalaa…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni “Dippilomaasii Faayidaa biyyaalessaa Keenyaaf” bor banama Debela Tadesse Jan 10, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Agarsiisni torbee dippiloomaasii mata duree “Dippiloomaasii Faayidaa biyyaalessaa Keenyaaf” jedhuun boru akka banamu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannichaa hojiilee qabiinsa namoomaa eeggannoon raawwateera-Obbo Araggaa Kabbadaa Debela Tadesse Jan 10, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Mootummaan naannichaa hojiilee qabiinsa namoomaa eeggannoon raawwachuu Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ibsan. Obbo Araggan Boordii…
Oduu biyya keessaa Pirojektii WANCII Debela Tadesse Jan 10, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Qaama Pirojektii Maaddii Biyyaaf kan ta’e Pirojektiin Wancii Bitootessa 11, 2013 Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin eegalchiifamuun ni yaadatama.…
Teeknooloojii Turkiin konkolaataa elektirikii modela 2ffaa ifoomsite Debela Tadesse Jan 10, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Oomishaan Konkolaataa Turkii ‘Tog’ jedhamu konkolaataa elektirikii modela 2ffaa ifoomse. Konkolaataan biyya ishee keessatti omishame kun moggaasni “T10F”…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii invastimanti qonnan teeknooloojiin deeggaruu gaggeeffame Debela Tadesse Jan 10, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Waltajjiin marii hojiilee invastimanti qonnaa teeknooloojiin deeggaruurratti xiyyeeffate Magalaa Adaamaatti gaggeeffameera. Maricharratti Hoggaanaa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Koricha dhaabii Qajelcha Waliigalaa Humna Galaanaa daawwatan Debela Tadesse Jan 10, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Miseensonni Koree Dhaabbii Dhimmoota Hariiroo Alaa fi Nageenyaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Qajelcha Waliigalaa Humna Galaanaa daawwataniiru. Ajajaa…