Idil Addunyaa Raashiyaa fi Yuukireen hidhamtoota 200 ol waljijjiiran Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Raashiyaa fi Yuukireen hidhamtootaa 200 ol waljijjiiraniiru. Biyyoota lameen gidduutti waraanni erga eegalee bara faranjootaa Guraandhala 2022 as…
Fayyaa Haaromsi Hospitaala Dubtii fi ijaarsa bu’uuralee misoomaa eegale Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan haaromsa Hospitaala Dubtii fi ijaarsa bu’uuralee misoomaa hospitaalichaa eegalachiisan. Hospitaalli…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa gara boqonnaa xumurraatt ce’eera-Koricha Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa gara boqonnaa xumuraatti ce’uu Koreen Hoji Raawwachiisaa Mana Maree Biyyaalessaa hidhichaa ibse.…
Biiznasii Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa haaluma amma jiruun itti fufa-MDWN Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Gatiin gurgutaa qinxaaboo boba’aa gatii amma gurguramaa jiruun kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti hidhamiisa Naannawaa beeksise. Haaluma…
Ispoortii Taphataan Kubbaa Miilaa Shimallis Baqqalaan garee biyyaalessaa keessaa of baase Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Taphataan Sarara Fuulduraa Shimallis Baqqalaan tajaajila waggoota 15 booda Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa keessaa of baasuu ifoomse.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanonni amantaa waltajjiiwwan calaqqee dhuudhaa amantaati-YDhAI Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ayyaanonni waggaa amantaa waltajjiiwwan calaqqee duudhaalee amantaa malee ergaawwan qabiyyee siyaasaa kan irratti dabarfaman miti jechuun Yaa’iin Dhaabbilee…
Oduu biyya keessaa Harka qalleeyyiif manneen jireenyaa 389 dabarfaman Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen harka qalleeyyii fi biyyaaf olmaa kan oolaniif manneen jireenyaa 389 dabarsaniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Ulaa Galaanaa Mallateeffame Seenaa Biyya Keenyaa Keessatti Boqonnaa Haaraa Kan… Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Waliigalteen Ulaa Galaanaa Mallateeffame Seenaa Biyya Keenyaa Keessatti Boqonnaa Haaraa Kan Saaqedha jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse,.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Somaaliilaandi daawwanna Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanitti… Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Somaaliilaandii Musee Biihii Abdii daawwanna Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanitti deebi’aniiru. Pireezidaanti Musee…
Oduu biyya keessaa Bakkeewwan hawata tuuriizimii Oromiyaa daawwachiisuuf qophiin taasifamaa jira Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya alaa jiraatan bakkeewwan hawata tuuriizimii Oromiyaan qabdu daawwachiisuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Koomishiniin…