Abbaan Taayitichaa seektara konistiraakshinii ammayyeessuuf Moosaajii haaraa hojii eegalchiise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2017(FMC)- Abbaan Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa seektara konistiraakshinii ammayyeessuufi saffisiisuuf Moosaajii haaraa “Furtuu” hojii eegalchiise.
Moosaajiin kun tajaajilamaan bakka jirutti tajaajila barbaade akka argatu gargaara.
Kenna tajaajilaa tuttuqqaa namaarraa bilisa gochuufi diijitaalayizeeshinii guddisuuf shoora olaanaa qabas jedhameera.
Dassaalany Abarraatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok:https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.