Fana: At a Speed of Life!

Abbootiin Gadaa Arsii fi maanguddoonni seeran tuman

Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) –Yaa’iin Gadaa Sikkoo Mandoo Sirna Murtii Haqaa kennameen xummurameera.

Yaa’ii kana irrattis Seeroonni Shan Lallabamanaaniiru.

Seeroonni lallabamaniis Yaa’ii Gadaa Arsii fuuldurratti akka itti gaggefamuu qabu,seeroota Fuudhaa fi Heerumaa Gadaa Oromoo Arsii keessatti tumaaman,seera gumaa itti fiixatan,nageenya labsuu fi dhaloonni safuu fi duudhaatti akka deebi’urratti xiyyeeffachuun lallabamaniiru.

Yaa’iin Gadaa Sikkoo Mandoo guyyaa 2ffaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsii Hara Laangaanootti gaggeeffamaa ture xummurameera.

Feenaan Nuguseetu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.