Fana: At a Speed of Life!

Adaamaan gara liigii olaanootti gadi bu’e

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Kilabni Kubbaa Miilaa bulchiinsa magaalaa Adaamaa gara Liigii olaanootti gadi bu’e.

Bara 2017 Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa kan ture kilabichi har’a Kilaba Bulchiinsa Magaalaa Hawaasaan galchii 2 fi 1n injifatamuu hordofee gara liigii olaanootti gadi bu’eera.

Adaamaan kilaba 3ffaa bara kana gara liigii olaanootti gadi bu’e ta’eera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.