Fana: At a Speed of Life!

Adoolessa 24, 2017 guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 700 dhaabuuf haa qophoofnu!

Guyyaa kana namoonni miiliyoonni 30 ol ashaaraa isaanii ni kaa’uun eegama.
Hundi keenyaa seenaa kana haa qoodannu, waloon dhaabuun haa dandamannu!
Guyyaa 4 qofatu hafe
#Ashaaraa Magariisaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.