Fana: At a Speed of Life!

Afrikaan Kibbaa Zimbaabuwee yoo injifattu, Ijipti Angoolaa waliin qixa baate

Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Taphoota ramaddii xumuraa Waancaa Afrikaa 35ffaa har’a taphatameen Afrikaan Kibbaa Zimbaabuwee yoo injifattu, Ijipti ammoo Angoolaa waliin qixa baateerti.

Afrikaan Kibbaa galchii 3 fi 2’n Zimbaabuwee injifattu, morkiin Angoolaa fi Ijipti gidduutti taasifame galchii malee qixaan xumurameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.