Ispoortii Itoophiyaan Dorgommii Atleetiksii Idil-addunyaa Sadarkaa ‘Warqee’ Qopheessuuf Filatamte Yonatan Birhanu Apr 18, 2026 0
Ispoortii Dorgommiin Finfinnee Giraandi Piriiksi injifannoo atileetota Itiyoophiyaan cimee itti fufeera Yonatan Birhanu Apr 18, 2026 0
Ispoortii Dorgommiin Atleetiksii Guyyaa Tokkoo geggeeffame Maqaa Gaarii Itoophiyaa Irra deebiin Mirkaneesseera – Kantiibaa Adaanech Abeebee Yonatan Birhanu Apr 18, 2026 0
Ispoortii Dorgommii Atleetiksii Finfinnee Giraand Prii Fiigicha Meetira 3,000 Guufachiisaa Dhiiraatiin Gamachuu Godaanaa Injifate Yonatan Birhanu Apr 18, 2026 0
Ispoortii Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse. Bara kana waggoota dheeraa booda gara liigii Ityoophiyaatti kan makame kilabni magaalaa Sabbataa, ispoonsara waggaa afuriif turu Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse.… Read More...
Ispoortii illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera. Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama. Dorgommii kanarratti…