Ispoortii Walga’iin Idilee 29ffaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa murteewwan garaa garaa dabarsuun xumurame Yonatan Birhanu Apr 22, 2026 0
Ispoortii Tapha Piriimer Liigii Itiyoophiyaan har’a Qiddus Giyoorgis Magaalaa Adaamaa waliin ni taphata Tsehay Guluma Apr 21, 2026 0
Ispoortii Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan gaggeeffame Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) - Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan Jaappaan Kaasaamaatti gaggeeffame. Dorgommii kanaan Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru. Dhiiraan Atleet Abiyoot Abinatti yoo injifatuu, dubartootan Atleet Itaalammahu Sintaayyoo mootee jirti. Fiigichicha… Read More...
Ispoortii Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse. Bara kana waggoota dheeraa booda gara liigii Ityoophiyaatti kan makame kilabni magaalaa…
Ispoortii illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera. Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama. Dorgommii kanarratti…