Ispoortii Abbaaf ilma biyyoota garaagaraa bakka bu’uun Waancaa Addunyaarratti hirmaatan Sifen Megersa Jun 8, 2026 0
Ispoortii Obbolaa lamaan Tiyoo fi Lukaas Hernandeez garee biyaalessaa Faransaay keessatti Yonatan Birhanu Jun 8, 2026 0
Ispoortii Atileet Geetaachoo Maasrashaafi Atileet Massalach Alamaayyoo dorgommii walakkaa Maaraatoonii Itiyoophiyaa injifatan Ayana Dheressa Jun 7, 2026 0
Ispoortii Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse. Bara kana waggoota dheeraa booda gara liigii Ityoophiyaatti kan makame kilabni magaalaa Sabbataa, ispoonsara waggaa afuriif turu Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse.… Read More...
Ispoortii illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera. Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama. Dorgommii kanarratti…