Ispoortii Guyyaan Piriimeer Liigiin Ingilaandi bara 2026/27 itti eegalu ifoome Sifen Megersa Jun 19, 2026 0
Ispoortii Waancaa Addunyaan taphoonni marsaa 2ffaa har’a itti fufuun ni taphatamu Sifen Megersa Jun 19, 2026 0
Ispoortii Waancaa Addunyaan morkiin har’a Poorchugaal DR Koongoo waliin taasiftu ni eegama Sifen Megersa Jun 17, 2026 0
Ispoortii Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse. Bara kana waggoota dheeraa booda gara liigii Ityoophiyaatti kan makame kilabni magaalaa Sabbataa, ispoonsara waggaa afuriif turu Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse.… Read More...
Ispoortii illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera. Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama. Dorgommii kanarratti…