Ispoortii
Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa gara Naayijeeriyaa Abuukuutaatti imale
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017( FMC)- Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa umrii waggaa18 fi 20 gadiirratti hirmaachuuf gara Naayijeeriyaa Abuukuutaatti imaleera.
Jilli garee Atileetiksii kun Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa umrii waggaa 18 fi 20 gadii akka bara faranjootaa Adoolessa 16-20, 2025tti gaggeeffamu…
Read More...
Cheelsiin Shaampiyoonaa Kilaboota addunyaa ta’e
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Dorgommii Kilaboota Addunyaa yeroo jalqabeef gaggeeffameen Cheelsiin Shaampiyoonaa ta'eera.
Cheelsiin galchii 3 fi 0n PSG injifachuun Shaampiyoonaa Kilaboota addunyaa jalqabaa ta'eera.
#Oromia…
Gaaffii hawaas-dinagdee dargaggoota magaalaa Shaggar hiikuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017 (FMC) – Gaaffii hawaas-dinagdee dargaggoota magaalaa Shaggar hiikuuf hojjetamaa jira jedhe bulchiinsi Magaalaa Shaggar.
Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti ijaarsi Istaadiyeemii xiqqaa…
Gareen Atileetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa umurii 18 gadii fi 20 gadii…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa Umurii waggaa 18 fi 20 gadii irratti hirmaachuuf gara Naayijeeriyaa Abukutaa deemuuf sirni geggeessaa raawwatameef.
Sirna kana…
Andiree Onaanaan tapha bara dorgommiin duraan ala ta’e
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Karra eegaan Maanchister Yuunaaytid Andiree Onaanaan sababa miidhamaan taphoota bara dorgommiin duraa ala ta’uun mirkanaa’eera.
Lammiin Kaameruun karra eegaan Manchistar Yuunaayitid angaftichi torban…
Gincii 1 – 0 Haraa
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Ginciin Magaalaa Haraa injifate.
Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Jiinkatti taphatamaa jiruun Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Gincii galchii…
Mahaammad Quddus Tootenhaamiif mallatteesse
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Tootenhaam Hootispar lammii Gaanaa Weestihaam Yunaayitid irraa Mahammad Quddusiin mallatteessifachuu beeksise.
Kilabiin Kaaba Landan Tootenhaam Mahaammad Quddus Paawundii miiliyoona 55niin…