Ispoortii

Ispoortii

Dambi Doolloo 0 – 0 Buna Baaskeet

Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Dambi Doolloon Buna Baaskeet waliin qixa bahe. Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Jiinkatti taphatamaa jiruun Kilabni bulchiinsa magaalaa Dambi Doolloo Buna Baaskeet waliin galchii malee xumure. Shaampiyoonaan Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa…
Read More...