Arsenaal 4 – 1 Tootenhaam
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Darbiin Kaaba Landan 212ffaan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera.
Arsenaal galchii 4 fi 1’n Tootenhaam injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Eeberichi Eezzeen galchii 3 fi Toreezaardi galchii 1 Arsenaaliif galchaniiru.
#Oromia #Ethiopia