Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimer Liigii Ingiliz torbee 20ffaan Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa cimsateera.
Arsenaal galchii 3 fi 2’n Boornimaawuuz injifateera.
Arsenaal qabxii 48 walitti qabachuun liigicha dursuu itti fufeera.
Astoon Viilaan qabxii 42’n sadarkaa 2ffaarratti argama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.