Artiist Dabbabaa Isheetuun boqote
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) – Artiistii buleessi Dabbabaa Isheetuun dadhabbii Addunyaa kanarraa du’aan boqote.
Artiist Dabbabaan dhibee isa mudateen yaalamaa tureen har’a addunyaa kanarraa du’aan boqochuu Ministir Deetaan Ministeera Aadaa fi Ispoortii Gargaaraan Piroofesaraa Nabiyyuu Baayyeen Faanaa Diijitaalitti himaniiru.
Artiistii buleessi kun ogaartii Itiyoophiyaa keessatti gumaacha olaanaa nama taasisaniidha.
Yuunivarsiitiin Finfinnee Dooktareetii Kabajaa laachuufiin kan yaadatamuudha.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.