Artiist Natsaannat Warqinaan boqote
Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Artiist Natsaannat Warqinaan dhibee tasaa isa mudateen addunyaa kanaraa du’aan boqote.
Sagantaa tapha maatii(“Yebeeteseb Caawataa”) jedhuun miidiyaalee garaagaraarratti kan beekamuu fi diraamawwanii fi fiilmiiwwan hedduu hojjechuun beekamtii olaanaa kan horate Artiist Natsaannat Warqinaan har’a addunyaa kanarraa du’aan boqoteera.
Akkasuma hojii ogummaa aartii garaagaraarratti taatoo fi qopheessaa ta’uun hojjechuun nama dinqisiifannaa olaanaa horatan turan.
Artiist Natsaannat bultii ijaaratanii abbaa ijoollee 3 turan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.