Atileet Ayinaalem Dastaa dorgommii fiigicha maaraatoonii Amistardam injifatte
Finfinnee, Onkoloolessa 9, 2018(FMC)- Atileet Ayinaalem Dastaa dorgommii fiigicha maaraatoonii Amistardam 50ffaa injifatteerti.
Dorgommichaan Atileet Burtukaan Waldee fi Atileet Maqdas Shimallis 2ffaafi 3ffaa bahaniiru.
Bu’aa kana hordofee Atileetonni Itiyoophiyaa waggoottan sadan darbaniif walitti aansuun dorgommii fiigicha maaraatoonii Amistardam injifachuu danda’aniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.