Atileet Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha Daayimandi Liigii maayila 1 Landanitti dorgomame injifatte
Finfinnee, Adoolessa 12, 2017 (FMC) – Atileet Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha Daayimandi Liigii maayila 1 Landanitti dorgomame riikkandii fooyyessuun injifatte.
Gudaaf Tsaggaayiin fageenyicha daqiiqaa 4 fi sekondii 11 fi maayikiroo sekoondii 88 xumuruun injifatte.
Kunis sa’aatii saffisaa 2ffaa ta’uun yoo galmaa’u, riikkardii bakkichaati jedhame.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.