Fana: At a Speed of Life!

Atileet Joorji Beemiish fiigicha gufachiisa meetira kuma 3 injifate

Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Addunyaa 20ffaan fiigicha gufachiisa meetira kuma 3 har’a Tookiyootti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoohiyaa hin milkoofne.

Atileet Saamu’eel Fireew sadarkaa 4ffaa, Lammeechaa Girmaan sadarkaa 6ffaa fi Geetinneet Waalaan 14ffaan xumuraniiru.

Atileetiin Niwuuzlaandi Joorji Beemiish 1ffaa, Atileetiin Moorokoo Soofiyaan Elbaakaaliin 2ffaa fi kan Keeniyaa Adimuund Seeriim sadarakaa 3ffaa bahuun xumuraniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.