Fana: At a Speed of Life!

Atileet Madinaa Isaan fiigicha Daayimandi Liigii meetira kuma 5’n Landanitti dorgomame injifatte

Finfinnee, Adoolessa 12, 2017 (FMC) – Atileet Madinaa Isaan fiigicha Daayimandi Liigii meetira kuma 5’n Landanitti dorgomame injifatte.

Madinaa Isaan fageenyicha daqiiqaa 14 fi sekondii 30 fi maayikiroo sekoondii 57 xumuruun injifatte.

Atileet Faantayee Balaayinaan ammoo sekondii 33 booddetti hafuun sadarkaa 2ffaan xumurte.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.