Atileet Taadduu Abaataa dorgommii fiigicha maaraatoonii Meeksiikoo injifate
Finfinnee, Hagayya 25, 2017 (FMC) – Atileet Taadduu Abaataa dorgommii fiigicha maaraatoonii dhiirotaa Meeksiikootti gaggeeffame injifateera.
Atileet Taadduu Abaataa dorgommicha sa’aatii 2 fi daqiiqaa 11 fi sekondii 15’tti xumuruun injifate.
Atileet Adaanee Kabbadaan ammoo dorgommicha sa’aatii 2 fi daqiiqaa 13 fi sekondii 54’tti xumuruun 4ffaa baheera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.