Atileetoonni Itiyoophiyaa dorgommii fiigicha meetira kuma 10 Ameerikaatti dorgomame injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Dorgommii fiigicha meetira kuma 10’n Iyuujiinitti dhiiroota gidduutti har’a dorgomame Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa bahuun injifatan.
Fiigicha Ameerikaa, Oreegon Iyuujiinitti dorgomame Atileet Biiniyaam Mahaariin daqiiqaa 26 fi sekondii 42 fi maayikiroo sekondii 82 xumuruun yoo injifatu, Atileet Barrihuun Aragaawwii fi Salamoon Baraggaan 2ffaa fi 3ffaa qabachuun xumuraniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.