Ulaa Hoormuuz irratti muddama Ameerikaa- Iraan fi qaala’iinsa gatii boba’aa…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Ulaa ijoon boba’aa idil-addunyaa Hoormuuz cufamuu hordofee muddamni Baha Giddugaleessaa cimee itti fufeera.
Humni Galaanarraa Ameerikaa dooniiwwan…