Mootummaan gaaffii uummataa deebisuuf har’as akkuma kaleessaa kutannoon hojjeta- TKM
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa, mootummaan gaaffii uummataa deebisuuf har’as akkuma kaleessaa kutannoon hojjeta jedhe.
Uummanni naannoo Amaaraa…