Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen abbootii amantaa Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen abbootii amantaa Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa guyyaa har’aa Masaraa Mootummaa Biyyaalessaa daawwatan…