Fooyya’iinsi miindaa bu’a-qabeessummaa tajaajila mootummaa ni fooyyessa- Hayyoota
Finfinnee, Hagayya14, 2017(FMC) – Fooyya’iinsi miindaa hojiirra oole tajaajila mootummaa si’ataa fi qaqqabamaa ta’e kennuu dandeessisa jedhan hayyoonni dinagdee.
Hayyuun dinagdee Dooktar…